Our Services

Tajaajila Ejensichi kennu (Services)

Assessment Centers

Wiirtuleen Madaallii 4621 horatamanii jiru. Kanneen keessaa wiirtuleen madaallii 433 ta’an yeroo ammaa kana hojii MGO gaggeessaa jiru..

Read More
Assessors

Madaaltonni 14245 ta’an leenjii mala madaaltummaa fudhatanii jiru. Kanneen keessaa madaaltonni 1269 yeroo ammaa hojii MGO gaggeessaa jiru.

Read More
Supervisors

Supparvaayizaroonni 137 ta’an horatamanii jiru. Kanneen keessaa supparvaayizaroonni 128 yeroo ammaa kana hojii madaallii gahumsa ogummaa gaggeessaa jiru.

Read More
Occupations

Ogummaalee 327 ta’aniin yeroo ammaa kana madaalliin gahumsa ogummaa adeemsifamaa jira.

Read More
Madaalamtoota (Assessed & Certified Candidates)

Madaalamtoota 2565938 madaalaman keessaa kanneen gahooman 1549284 ta’aniif waraqaan ragaa mirkaneessa gahumsa ogummaa kennamee jira. Ragaan bu’aa madaallii madaalamtoota 1181706 hawaasaaf karaa marsariitii ejensichaatiin ifoomee jira..

Read More
Core Services

Wiirtulee madaallii fi Madaalaa industirii keessaa horachuu . Meeshaalee madaallii ogummaalee gabaarra jiran irratti hundaa’uun qopheessuu . Madaallii Gahumsa Ogummaa gaggeessuu

Read More

About US

Ejensiin Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa bara 1999 hanga bara 2007tti, Komishinii Barnoota Leenjii teeknikaa fi Ogummaa Oromiyaa jalatti Wiirtuu madaalii gahumsa ogummaa jedhamuun aangoo kennammef bahaa tureera. Haata’u malee Mootummaan Naannoo Oromiyaa baldhina naannichaa fi ergama mana hojichaa irraa ka’uun, of danda’ee akka dhaabbatu waan itti amanameef, Waxabajjii 12/2007 irraa eegalee Danbii Lakk 173/2007tiin gara ejensiitti guddatee Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa jedhamee erga gurmaa’ee jira.

Assesment

To create a competent and self-reliant workforce that is trained..

Assessment Centers

0

Assessment

Read More
Assesors

0

Assesors

Read More
Supervisoir

0

Clients

Read More

Most Recent Events

Choose your plan

Level I Assement

    Basic requirements

  • 1. Graduation document
  • 2. Receit Payment upload
  • 3. Profile Photo (3X4) size
  • 4. Free marketing tool
  • 5. 99,9% Services uptime
  • 30 day money back
Take Assessment

Level II Assement

    Basic requirements

  • 1.Graduation document for level I
  • 2. Receit Payment upload             
  • 3. Profile Photo (3X4) size            
  • 4. Free marketing tool
  • 5. 99,9% Services uptime
  • 30 day money back
Take Assessment

Level III Assement

    Basic requirements

  • 1.Graduation document for level II
  • 2. Receit Payment upload             
  • 3. Profile Photo (3X4) size            
  • 4. Free marketing tool
  • 5. 99,9% Services uptime
  • 30 day money back
Take Assessment

Level IV Assement

    Basic requirements

  • 1. Graduation document for Level III
  • 2. Receit Payment upload
  • 3. Profile Photo (3X4) size
  • 4. Free marketing tool
  • 5. 99,9% Services uptime
  • 30 day money back
Take Assessment

Ergama EMGO Oromiyaa

Leenjifamtoonni Barnoota fi Leenjii Tekinikaa fi Ogummaa (BLTO) fi hojjettoota industirii akkasumas ogeessota muxannoo horatan gahumsa isaanii kallattii gabaan hojii barbaaduun madaaluudhaan kanneen gahoomaniif beekamtii kennuudha.

The best competent Organization

Welcome to Oromia Occupational Competence Assurance Agency! Oromia Occupational Competence Assurance Agency (OOCAA) is a core institution established,.

Toora Xiyyeeffannoo (Strategic Theme) fi Bu’aalee Toora Xiyyeeffannoo

Toora Xiyyeeffannoo (Strategic Theme) EMGOO
1. Qulqullinaa fi Gahumsa Madaallii
2. Itti fayyadama Teeknoolojii fi Bulchiinsa ragaa
3. Bu’aa qabeessummaa qorannoo fi Tajaajila Gorsaa!

Meessages

Mr. Alemu Dugo
Hogganaa Ol'aanaa EMGOO

Consectetur adipiscing elit, sed do eiusmod tempor incididunt ut labore et dolore magna aliqua.

Obbo Nasruddiin Abdulwahaab Aliyyii
Daarektara Daarektoreetii Bulchiinsa Ragaa fi Sartifikeeshinii

Daarektoreetiiwwan hojii Ejensicha jalatti gurmaa’anii jiran keessaa Daarektoreetiin Bulchiinsa Ragaa fi Sertifikeshinii tokkodha.

Obbo Qamar Kadiir Sheekaa
Daarektara Daarektoreetii Qorannoo fi Mrkaneessaa Qulqullummaa Madaallii Gahumsa Ogummaa o1

Daarektoreetoota Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa jalatti hundeeffaman keessaa tokko daarektoreetii Qorannoo fi Mirkaneessaa Qulqullummaa Madaallii Gahumsa Ogummaati. Daarektoreetichi garee lama kan of jalaa qabu yoo ta'uu isaanis: Garee Qo'annoo, Qorannoo fi Tajaajila Gorsaa, fi Garee Mirkaneessa Qulqullummaa fi Sirrummaa Madaallii Gahumsa Ogummaati.

Obbo Yoonaas Warquu Heeyyii
Daarektoreetii Qophii fi Kenniinsa Tajaajila MGO

Daarektoreetoota Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Daarektoreetota Ijoo Sadan qabu keessaa tokkoo Daarektoreettii Qophii fi Kenninsa tajaajila Madaallii gahumsa ogummaati.

Our Clients

Image Description
Image Description
Image Description
Image Description
Image Description
Image Description
Image Description
Image Description